Get Mystery Box with random crypto!

ETV Afaan Oromoo

Telgraf kanalının logosu etvafaanoromoo — ETV Afaan Oromoo E
Telgraf kanalının logosu etvafaanoromoo — ETV Afaan Oromoo
Kanal adresi: @etvafaanoromoo
Kategoriler: Kategorize edilmemiş
Dilim: Türk
aboneler: 2.18K
Kanaldan açıklama

Odeeffannoowwan biyya keessaafi alaa Televizhinii Itoophiyaa irraa Afaan Oromootiin.

Ratings & Reviews

4.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


En son Mesajlar 2

2023-02-21 14:16:50
#Turkii

Turki kaleessa galgala kirkira lafaatiin rukutamteetti.

Kirkirri lafaa hamaan (7.8) erga mudatee torban lama booda, Turkiyaan kaleessa galgala kirkira lafaa humna 6.3n rukutamu ishee ibsameera.

Naannoon kirkirri lafaa kun muudate, 
kutaa bulchiinsa Hatay kessaatti naannoo kibbaa magaalaa Samandagitti kan argamu dha jedhame.

Akka mootummaan biyyattii ibsutti kirkira lafaa amma Turkiyaatti mudateen lubbuun namoota 3 kan darbe yoo ta'u, namoonni 200 ol madaa'aniiru.

Kirkirri lafaa kun kaaba dhiha #Sooriyaa keessatti miidhaa kan qaqqabsiise yoo ta'u, hanga ammaatti namoonni 130 madaa'uun ni beekama.

Kirkira lafaa haaraa kanaan miidhamtoonni dabalataa jiraachuu akka danda’an sakatta’iinsi itti fufeera.

Torban lama dura kirkira lafaa humna 7.8 Turkii fi Siiriyaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii kuma 47 ol ta’eera.

@etvafaanoromoo
757 viewsedited  11:16
Aç / Yorum Yap